Walaloo Harmee - Mother Poems Description
Haati hunda keenyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha keenya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira keenya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.
Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa of dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif himuu dhugaa kee?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha too hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma keen barreessa
Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa of dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif himuu dhugaa kee?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha too hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma keen barreessa
Open up